Essummaan kiyya, baayyeen isin jaaladha, baayyeen isin kabaja bakka guddan isinif qabaa, Galannii keessan yooniyyuu na bara hin dhumu, Rabbin Walin Umrij dhertuu nuf haa keennuu, Galata keessan Yoonif Rabbiin narra baasee malee ani waa galata keessan galchuf natti ulfata, Hanga Dandeetti tiyyaatti anis Galata keessan galchuf nin tattafadhaa,
Baayyee Naf Galatoomaa Wally billah isinin jaaladhaa hunda ol