Design a site like this with WordPress.com
Get started

Addan laalladhu ammuman

Ilmaan keetiif yaaduu kan jalqàbdu erga isaan dhalteee osoo hin ta’in osoo hin dhalin dura haadha isaanii filachuuni.

Gaafa Jaartii Gaarii Ilmaan kee diiniif kurfeeysitu fuute ilmaan keetiif yaadde jedhamta.

Ta janajjanaa malee humaa hin beeyne yeroo fuute booda ilmaan keetis janajjantoota bebbeekkamoo siif tahuun shakkii hin qabu

Jaarti kaayyoo fi karoora qabdu. Kabajaa fi Ulfina Rabbiin Uumamaan isiif kanne tan eeggattu, Onnee ishii guutuu tan sumaaf kennitu Saaliha gabrittii Rabbii Barbaaduun Ilmaan Keetiif Waan guddaa akka gootetti ilaalamta.

Rabbi nu haa Waafaqu

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: