Namoonni gari garii bakka ati itti isaan yaaddutti arguu dhabuu dandeessa.
Warreen ilaalchi isaanii bilchaataa jettee yaaduu turte hunda ilaalchi isaanii gadhee tehee arguu dandeessa.
At isa yeroo hunda duعaaعii tana yoo godhatte filatamaadha.
«Yaa Mowlaa Ija namaa duratti guddaa tehee Ija tee duratti xiqqaa tahuurraa sittin maganfadha» jedhii Rabbii keetti booyi.
@AbdiAminBaker
