Design a site like this with WordPress.com
Get started

Maashaa Allah Rabbiin Warra Ramadaana kana keessa Milkawee nuha godhuuRamadaanni dhumuuf guyyuma 4 qofaatu hafe.Wanti dhufu marti deemuun isaa waan hin oolle. Umriin keenyaas akkanumatti deemaa jira. Guyyaan dhufee dabru marti umrii keenya irraa hir’isaa dabra. Ramadaanni dhihoo Kana hawwiin eegaa turre kuno har’a nu dhiisee deemaa jira. Waggaa dhufu Ramadaanaan walitti deebi’uu keenya rabbumaatu beeka. Rabbiin Ramadaana baranaa nurraa qeebalee umrii nu dheeressee waggaa dhufus warra Ramadaanaan walitti deebi’u nu haa taasisu!

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: