Haga addunyaarra jiraattan Dhukkubsattanii siree mana yaalaa mudachuu, Rakkattanii Rakkinaan fuula namaa dhaabbachuu Rabbi isinirraa haa qabu !!
https://vk.com/wall643293322_144
Yoo dhukkubsatte, bishaan dhuuydu, nyaata nyaattu, hafuura baafattu Rabbi dawaa siif haa godhu !!
Furmaata rakkoo teetii Du’aa’ii qofa Rabbi siif haa godhu !!
https://www.linkedin.com/posts/abdi-amin-bakar-789445124_haga-addunyaarra-jiraattan-dhukkubsattanii-activity-6794353806936203265-E2jB
Rabbiin isaan haa fayyisuu
Like this:
Like Loading...
Published by abdiaminbakhar
Hin yaaddawin !!
Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin.
A.A.B
Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US
View more posts